Warraaqsi Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Halkan Kana Bifa Addaan Ka’ee Jira. Wayyaaneen Dhukaasa Banee Jira.

Fulbaana 5,2016
Warraaksi biyyoolessaa galgala sa’a 1:30 irraa kaasee guutummaan magaalaa Naqamtee raafamaa jira. Humni federaalaas uummata irratti dhukaasa banuun uummata goolaa jira. Humni kora bittineessaas magaalaa naqamtee keessaa naannoo boordii jedhamutti uummata rebaa jira. kaan immoo konkolaataatti naqanii butanii badaa jiru. Uummanni akka malee reebamaa jira.

Amma galgala kana Magaalaa Naqamtee Naannoo Boordiitti Uummata nagaarratti sodaa boriitiif dhukaasi banamee jira.Namoonni jireenya isaanii fooyyeffachuuf karaarra daldalanii bulanirra balaan Dhaqqabuu mala,ammaaf addan baafannee hin jirru.Qorachaa jirra nu hordofa waan dhalatu hin beekamu.

1 thought on “Warraaqsi Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Halkan Kana Bifa Addaan Ka’ee Jira. Wayyaaneen Dhukaasa Banee Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s