Godina Arsii Aanaa Dodolaa Magaalaa Dodolaatti humnootni abbaan irree Wayyaanee dargaggoo Qeerroo Oromoo Kan maqaan isaa Abdullaxiif Sanbatoo jedhamu 4/9/2016 rasaasan naannoo masgiida fatihii gamoo muniir biratti rasaasa lamaan rukuttee hospitaala Dodolaatti yaalamaa jiruun yaalcha baqaqsanii hodhuutin rasaasni qaama isaa keessaa bahuun himamee jira.Sababuma kanaan ummanni magaalaa Dodolaa guyyaa har’aa hospitaala duratti yaa’un deeggarsa isaaf qaban agarsiisanii jiru jedha gabaasni Qeerroo Dodolaa
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist