Amajjii 14,2016 FXG Yuuniversitii Dirre Dawaa Keessatti Itti Fufee Jira.

Dirre Dawaatti barattootni FXG kaleeysa kaasan mooraa waraanni wayyaanee mooraa seenuun doormii barattoota cabsee seenun miidhaa geesise jira.
Akkasuma doormii ijoollee durbaatti ibidda qabsiisuu humni waraana Wayyaanee gocha shororkeessuumaa hojjetuun ifatti bahee jira. barattootni
mooraa yuuniversitii Dirre Dawaatti miidhanii fi hidhaman guddaa Qeeyroon gabaasee jira.

Ambootti FXG kaleeysa ka’een barataan tokko mooraa yuuniversitii Amboo keeysatti du’ee yoo argamu barattootni hedduunis midhaan irra gahaa jira. Yeroo ammaa hospitaala Ambootti barattootni hedduun midhan irra gahe yaalamaa jiru. Kaneen maqaan isaani hin gabafamin miidhaman hordoffii taasisaa jirra. FXG itti fufee jira.

1 thought on “Amajjii 14,2016 FXG Yuuniversitii Dirre Dawaa Keessatti Itti Fufee Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s