Amajjii 14,2016 Barsiisota mana barnoota Sadarkaa 2ffaa Buusaa Aanaa Daawoo, Kibba lixa Shaggar irraa hidhamanii daraara hamaan irraa gahaa jiru:
1,Jabeessa Tufa,
2,Dabalii Oljirraa,
3,Abdallaa Kadir,
4,Darajjee(Ifabas) Alamayyo,
5,Ida’oo Qaabatoo,
6,Qalbeessaa.
7,Durbee Chuuchuu Baacaa kan dillaa university dillaa irraa ebbifamtee kan Waajiraa Faayinansii keessatti shaayi daffisuun jiraatu illee hidhaanii daraaraa akka jiran Qeerroon gabaase.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist