Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
JAJJABEE KOO JABAADHU, BILISUMMAA GONFADHU!
Gaaffii guddaan ani qabu jechii ABO jedhu anaaf hiika hin qabu maaliif yoo jettan ani oddeeffannooman dhagaha malee umuriikoo kana keessatti argee hin beeku osoo dhuguma akkaataa jedhamuin hojjeta tahee yoo waraanaan dadhabe daballee ijaarsa sabaa hojjechuun gara qabsootti qeerroo balbala dhabee maraachaa jiru kana fudhachuun waan guddaa gochuu no danda’ama oduu yoo tahe nujibbisiiseera nuti diina tokkollee taatu ajjeesnee du’uu malee maqaa keessaniin du’uu hin barbaannu waan natti dhagahameen barreesse dhiifama!
Qabsoo ta’anii ABO irraa eeggachuun mala miti,ABOns imaanuma namaati namni of bare qabsoo nama biraa irraa hin eeggatu ofii itti darbee waliin qabsaawa.Kanaaf ABO yoo itti deemte malee innis sitti deema.Ammoo qe’ee ta’anii eeggachuun ta’aaree?
Bari yaa uummata oromoo Waanti nuuf galuu qabu tokko ABO jechuun maali? Adda bilisa baasaa u/oromooti.Eenyu inni? Jaallattus jibbitus anaafi si’i.