Biyya Haqni Hin Jirre Keessa itti Filannoon Maalumaa?? Wallee Haaraa Hawwisoo Qeeerroo Bilisummaa Oromoon Ebla 2015

1 thought on “Biyya Haqni Hin Jirre Keessa itti Filannoon Maalumaa?? Wallee Haaraa Hawwisoo Qeeerroo Bilisummaa Oromoon Ebla 2015

  1. “timeline” Qeerroo irratti wayta wallee haarawaan gadi dhiifamu “audio”yoo ta’e bifuma salphaan “download” naaf ta’a ture; amma garuu wallee osoo hin taane barreeffama qofatu na dhaqqaba. Seera “coppy right”n wanti kun fudhatama dhabus yoo wallee kana arganne namootaf kennuun miira kaka’umsaa keessatti uumun qabsoo keenya karaa salphaa ta’een beeksifachuu dandeenya. Dubbii tana itti yaadatii haala nuuf mijeessa!
    Galatoomaa Isinan jaaladha!

Leave a reply to Falmataa Cancel reply