Gabaasa Qeerroo Aanaa Nuunnuu Qumbaa Ebla 20,2015
Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qumbaa Ganda qonnaan bultaa Furdisaa lafa qonnaa fi bososna Baanqoo jedhamu mootummaa Wayyaanee investerootaaf hiruu isaa irraan kan ka’e uummanni Oromoo naannichaa diddaa fi falmatnaa dachii isaanii taasisaniin ergamtootaa fi bulchitoota Wayyaanee waliin walitti bu’uu Qeerroon gabaase.
Gaafa Ebla 19,2015 Diddaa uummanni naannoo kanaa kaaseen wal qabatee mootummaan Wayyaanee loltoota isaa Naqamte irraa gara naannichaatti erguun fincila kaafatniittu, dachii mootummaan irraa buqaaa isiniin jedhe irraa ka’uu diddan sababoota jedhuun abbootii warraa kanneen ta’an qonnaan saddeettamaa ol manneen hidhaa beekamtii hin qabne kan akka Waamaa Adaree,magaalaa Nuunnuu, mana hidhaa Jimmaa Arjoo fi Jaatoo Naqamteetti guuramanii hidhamuu isaanii Qeerroon addeessa.
Kanneen keessaa maanguddoonni umuriin bulan lama haalaan miidhamanii mana hidhaa Naqamteetti darbatamanii jiru, kanneen kunis:-
- Obo,Qalbeessaa Donee
- Obbo, Firrisaa Waakkennee
Jedhaman yeroo ta’an hidhamtoota warreen hafan kaan keessas shamarran Oromoo maatii qonnaan bulaa keessaa akka keessatti argaman gabaasi addeessa.
Pingback: Oromia (Nuunnuu Qumbaa): 80 farm family heads put in TPLF #Ethiopia’s jail as they resisted evictions from their home and land:Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhiif Qofa Qonnaan Bultooti Oromoo 80 o
Pingback: Oromia (Nuunnuu Qumbaa): 80 farm family heads put in TPLF #Ethiopia’s jail as they resisted land grab evictions from their home and land:Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhiif Qofa Qonnaan Bultooti O
Pingback: Oromia (Nuunnuu Qumbaa): 80 farm family heads put in TPLF #Ethiopia’s jail as they resisted land grab evictions from their home and land:Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhiif Qofa Qonnaan Bultooti O
Pingback: Oromia (Nuunnuu Qumbaa): 80 farm family heads put in TPLF #Ethiopia’s jail as they resisted land grabs evictions from their home and land: Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhiif Qofa Qonnaan Bultooti
Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune QEERROO: Wallaggaa, Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhaniif Qofa Qonnaan Bultooti Oromoo 80 ol Manneen Hidhaa Gara Garaatti Hidhaman |