FDG Oromiyaa Keessatti Qabate Guyyaa Har’aa Caamsaa 9,2014 Itti Fufee Jira.

Caamsaa 10,2014 Gabaasa Qeerroo Naqamte

Gaafiin mirgaa hamma deebii argatutti falmaa hin dhaabnu jechuun Qeerroon Bilisummaa diddaa isaa itti fufe.Haala kanaa guyyaa har’aa Caamsaa 09,2014 FDG wal irraa hin citne itti fufuun magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti deemsifamaa jira. Gabaasa Qeerroo network ciccitaan nu gahe akka addeessutti,magaala Gimbii,Amuruu,Habee Dongoroo Wallaggaa fi lixa Shawaa keessattis itti fufee jira.Haala kanaan kan baarage mootummaan Wayyaanee akkuma amaleeffate loltoota Federaalaa kanneen dhalootaan Oromoo hin ta’iin naannoolee kanatti bobbaasuun uumata hiraarsuuf guddoo tattaaafataa jiraachuu gabaasi qeerroo addeessa.

Guutummaa gabaasa kanaa itti fufiinsaan ni dhiheessina.

Suuraaleen gaditti muldhatan kun haala magaalaa Gimbii guyyaa har’aa muldhisa.

Gimbii Caamsa9 1 Gimbii caamsaa 9

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s