1 thought on “Hiriirri nagaa Oromoota biyya alaa jiraniin gaggeefamaa jiru haala seenessaan gaggeefamaa jira.

  1. tokkummaan iddoo jirutti waan hundi jira tokkummaan iddoo
    hin jirretti halagaan nu jidduu galuun nu jeeqa
    keessumaa bilisumaa keenyaaf falmatnu danqaraa ta’a.
    kanaaf akka ammaatti itti fufne taanaan bi;lisummaan harka keenya galuuf diinas
    duguugne gara isheen dhuftetti ni deeebifna.
    jecha cimaayeroo tokko HASAN ALI jedhe waan guddaa dha” finfinneen ol malee
    dalga bala’achuu hin dandeessu” akka yeroo ammaatti jecha cimaa mitii ree
    guddaa galatoomi jenna
    waan hundaaf fincilli ammaa walii gala kan bilisummaa keenyaati malee kan biroo miti
    haa jabaannu alaa fi keessaa waan qabnuun
    tokkummaan humna
    IUO
    G3

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s