SBO Fulbaana 1 Bara 2013 Aside Posted on August 31, 2013 by Qeerroo https://qeerroo.files.wordpress.com/2013/08/01092013sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
nutii ilmaan oromoo biyyaa keessaa jirruu kan,yeroo amman kanaa motummaan garbomfattuu sirnaa wayyanee fi jal adeemtonnii isaa ummataa oromoo fi barattotaa oromoo sababaa oromummaa isaanitiin yakkun madhaa hidhaatti guruu,ajjeesu,biyyaa hariyuu,barnotaan adabuu,qotee bulaa oromoo lafaa dhorkachuun gochaa garajabiinaa kan dhifamaa hin qaabnee halaa cimaan itti fufuu isaanii waan hirribaa nu dhorkateef.amma bodaa kan hin dammaqioin jirtaan dammaqaa,kan hin jalqabiin jirtaan jalqabaa,warren itti jirtaan jabadhaa.jechuun damsaa keenyaa. isiin midayaleen oromoo fi dhabnii immoo karaa daandameen gurmuu qabsoo hogganun deggersaa keennun dirqamaa isitti haa ta’uu Reply ↓
nutii ilmaan oromoo biyyaa keessaa jirruu kan,yeroo amman kanaa motummaan garbomfattuu sirnaa wayyanee fi jal adeemtonnii isaa ummataa oromoo fi barattotaa oromoo sababaa oromummaa isaanitiin yakkun madhaa hidhaatti guruu,ajjeesu,biyyaa hariyuu,barnotaan adabuu,qotee bulaa oromoo lafaa dhorkachuun gochaa garajabiinaa kan dhifamaa hin qaabnee halaa cimaan itti fufuu isaanii waan hirribaa nu dhorkateef.amma bodaa kan hin dammaqioin jirtaan dammaqaa,kan hin jalqabiin jirtaan jalqabaa,warren itti jirtaan jabadhaa.jechuun damsaa keenyaa.
isiin midayaleen oromoo fi dhabnii immoo karaa daandameen gurmuu qabsoo hogganun deggersaa keennun dirqamaa isitti haa ta’uu