Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
abbaan irree karaa waaqayyootiin mo`amuun isaa huummata waggaa 21oliif deeggartoota isaa wajjii uummata oromoo abbaa, haadha ,obbolaa malee ambisaa ture deeggartoota isaa haa gaddisiisu malee uummata oromoof lammii miroo gammachuutu boossisa malee gadda hin qabu. maatiin edduu maatii isaa wayyaaneen dhabe yaadachuun boo`an
uumman oromoo rakkoolee kanaan dura isa irra qaqqabaa ture osoo hin dagatii qabsoo isaa jabeessee akka itti fufu.aangoo sobaa kan akka juunaddiin saaddoo qabatanii taa`uu mannaa rasaasa tokkoon of ajjeesuu wayya.kanaan dura ilmaan oromoo fi barattoota oromoo isisaafii ajjeechisaa kan ture amma immoo aangoo sobaa itti kennanii lammii oromoo fixaa ture.anga aangoo irra turetti ilmaan oromoo fixuu malee bu`aa tokko hin buufne.amma garuu yeroo haati warraan isaa mana hidhaatti darbatamtu ,ammam akka aangoo qabu innis argee jiraa nutis arginee. kanaaf obboo junnaddin!garaa mannaa maqaa sii wayya.