Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessa Balali’e

2 thoughts on “Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessa Balali’e

  1. dhuguma dha injifannoon bilisummaa ormoo kan hin oolle dha kunis qeerroon qabsa’ota oromoo umurii isaanii qabsa’uun kanaan geessisani fi warra lubbuu isaanii mi’ooftuu wareegaman harkaa fuudhun waan gochaa jiran kan nama boonsisu dha kunis alaabaan oromoo fannifame kun adunyaa irratti karaa adda addaa ilaalamaa jira kuni nam boonsisa kufatii wayanees argisiisa nutis qeerroo cina dhaabachuun jabaachuu qabna kunis warra oromoo kargar diiguu barbaadan dura dhaabachuun qabsoo bilisummaa oromoo itti finiinsuu qabna
    jgalatooma qeerroo!
    nagaatti
    goolee

Leave a reply to lataa4 Cancel reply