Gaazexeessaa ONN Biqilaa Amanuu fi Dargaggoo Dachaasaa Wiirtuu humna tika PPn qabaman.

Gaazexeessaa ONN Biqilaa Amanuu fi Dargaggoo Dachaasaa Wiirtuu humna tika PPn qabaman.
[SQ-Sadaasa 20/2021]
Sadaasa 18/2021 Magaalaa Finfinneetti, Gaazexeessaa TV ONN kan ta’e Biqilaa Amanuu Abbaashooma fi Dargaggoo Dachaasaa Wiirtuu Mosiisaa fi namoonni biroon 10 olta’an humna tika PPn qabamuun magaalaa Sabbatatti hidhamani kan jiran yoo ta’u.
Guyyaa lamaf nyaatafi uffata kan hin argane ta’u Madden Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo nuuf himan.
Dargaggoo Dachaasaa Wiirtuu bara bulchiinsa EPRDF yeroo dheeraaf manneen hidha akka Makelaawwii, Qilinxoo ,Qalitti fi Baatutti dararaama kan ture yoo ta’u Gaazexessa Biqila Amanuus sirna Bilxigginnaan yeroo sadii olhidhame kan ba’edha.
Bilxigginnaan maqaa labsii yeroo ariifachiisa jedhun magaalaa Finfinnee keessatti ilmaan Oromoo adamsamanii hidha kan jiranidha.
 
 
 
 
 
<img class="j1lvzwm4" role="presentation" src="data:;base64,” width=”18″ height=”18″ />
<img class="j1lvzwm4" role="presentation" src="data:;base64,” width=”18″ height=”18″ />
Jaatoo Warra Leeqaa, Burqaa Horroo and 189 others
 
 
38 shares
 
Like
 
 
 
Comment
 
 
Share
 
 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s