Ajjeechaa ilmaan Oromoo Lixaa irratti raawwateen daataa Oromoo Lixa Oromiyaa Wallaggatti ajjeefamanii Amajji 20 asitti muraasa kan maqaa isaanii arganne.

(SQ- Guraandhala 1/2020)

cropped-qeerroo11.jpgQeerroo Bilisummaa Oromootiin

1. Gabre Aallesenyi, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

2. Bokkobaa Oliiqaa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

3. Shaanqoo, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

4. Waaggaarii, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

5. Phaawuloos Shifarraa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

6. Abbutti erga quba shan irraa ciranii booda rasaasaan ajjeesan, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

7. Taakkalee kanneen ajjeefamaniidha. Achi buuteen kan dhabame ammoo Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

8. Kittee Aluulaa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

9. Taarikuu Shifarraa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

10. siidaan shifarraaQellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

11. paadullee Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020

12, Xiixaa Algaa Hojjetaa Mootummaa Garjeedatti, du’e.

13,Ganjoo Mollaa Goobanaa-Garjeedaa Gabaa Kamisaa-Q/bulaa

14,Phaawuloos Horroo-Ubbur Shollaa-daldalaa

15,Namoota 8 Kan Maqaa Isaanii Adda Hin Baafamne Ganda Dollaa,Shebellii Fi Kollii Keessatti Bakka Qonnaa Isaaniitti Kan Du’an.

16. Daagim Ittaanaa Qellem Wallaggaa Sayyootti Amajji 30,2020

17. Tolasaa Abarraa Fidaa, reeffama nama sadii 3 waliin bakka fannifamee bineensi qaama isaanii nyaateeti Amajji 30,2020 kan argaman, Lixa Wallaggaa Gullisoo

18. Abdiiwaaq Argaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

19. Arfaase Abdiisaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

20. Bashaatuu Boodanaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

21. Caalaa Daangalaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

22. Bekele Guutee. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

23. Gammachiis Naadoo. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

24. Hawwinee Jaallataa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

25. Qananii Sardaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

26. Kiilole Daandii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

27. Amanu’eel Kumarraa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

28. Kumaa Geetachoo. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

29. Likkee Irranaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

30. Hambaa Gaaddisaa, Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

31. Galaanee Itichaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

32. Dagaagaa Fiixaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

33. Gaaromee Furii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

34. Dorgee Bookaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

35. Carraa Tolesa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

36. Birmadummaa Kebede. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

37. Bultumee Disaasaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

38. Boonsituu Akkattii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti

39. Abdii Mootii Amajji 20,2020 Lixa Wallaggaa aanaa Laaloo Asaabiitti obbileessa waliin du’e.

40. Ittaana Mootii Amajji 20,2020 Lixa Wallaggaa laaloo Assaabiitti obboleessa waliin

41. Guyyaasaa Tasfaayee Buunnoo Beddellee aanaa Daaboo Ganda Gumbiitti Amajji 31,2020 waraana mootummaatin rasaasaan ajjeesame!

42. Naa’ol Misgaanaa kan jedhamu nama Garaajii keessaa hojjetu guyyaa har’aa Gurraandhala 1,2020 magaalaa Naqamtee naannoo Boordiitti lafa hojii isaatii waamanii rasaasaan ajjeesan.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan walitti qabe!

 

 

 

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s