By Dachaasaa Wiirtuu
Bilisummaa Amantee jedhama guyyaa har’aa Hagayya 23/2019 G/H/Guduruu magaalaa Shaambuu keessaa humna waraanaa mootummaan qabamee hidhamuu maatiin dubbatu.
Dargaggoo kun barataa yoo tahu yeroo boqonnaa isaattis ummata waliin waan gaarii ummata tajaajiluun kan dabarsu ture.
Hojii isaa kanaanis kabajaa fi jaalala ummata magaalaa shaambuu biratti argateera.
Namootni ummata biratti jaallatamu Humni tikaa qabanii dararuun jibbisiisuuf tahe jedhamee kan hojjetame tahuu jiraattotni magaalaa shaambuu dubbatu.
Qeeroo magaala shaambuu
nooruu jeneera baaga nagaan dhuftani nagaa keesani ? odeefanoo keesanif baa`ee galatooma jechaa nuti hanga dandeenyu hin teenyuu .karaa hundaanu sagalee keesan gara mootumaa adunyaati dabarsuuf yoomu rafnee hin bullu .waan hundaa caalaa odeefanoon akkana baayee waan nu gargaaruuf jabaadhati nuuf dabarsuu yaala .akka isin rakkoo keesa jirtan ni neekna garuu nutis hojii keenyaa jabaanee hojechuuf odeefanoon keesan murteesadha. nuti ilmaan oromoo biyya Garmany jiraanu meseensa ABO/ WBO durfamnu osoo rakkoofi arihatamuun OPDO nurrati gufuu darbatuu hojii keenya akka gaaritti hojechaa jira.hojii sagalee ummata keenyaa ta`uuf kaleesas ta`e haras duubati hin deebinu . hanga dandeesan namoota hidhamaniifi ajeefaman maqaa isaani guutufi bakka dhaloota isaani ,gosa hojii isaanii nuuf eeruu yaalaa . galatooma jechaa Qabsoon itti fufa ijifanoon ni dhufaa.
Am Di., 15. Okt. 2019 um 00:57 Uhr schrieb QEERROO :
> Abdii biyyaa commented: “Qeeroo magaala shaambuu” >