
Abbabaa Mokonnin Goota Sabasaaf Jedhee Lubbuu Jijjiraa Hin Qabne Kenne!
1) Abbebee Mokonnon – Ni wareegame
1) Waaggarii Bultoosaa
2) Daani’eel Ashannaafii
3) Maarii Yaayyaa
4) Abdii Gammadaa
5) Kennaasaa Tasgaraa
6) Misgaanuu Taayyee (Kan kaleessa madaa’e)
7) Asfaawu Bulii (Kan kaleessa madaa’e)
8) Isaayyaas Fayisaa achuma Ukkee
9) Abdallaa Ibraa’im Ammaduu Ganda Keenaaf.
10) Amaanu’eel Bultii
11) Taarik Daggafaa
12) Abdii Taarraqenyi
13) Maammoo Asiraat
14)Gammachiis Kabbadaa
15) Yohaannis Ibsaa
16) Eebbaa Caalaa
17) Abdiisaa Indaalee Fufaa
18) Yoseef Herregaa
19) Taammiraat Baqqalaa
20) Saamsoon Biraanuu
21) Saamu’eel Amsaaluu
—
Lixa Oromiyaa magaalaa Ukkee keessatti mormiin jabaan geggeeffamaa ooluu maddeen gabaasan.
[SQ, Gurraandhala 28,2018] Guutummaa lixa Oromiyaa keessatti tibba kana mormiin fxg geggeeffamuun mootummaa wayyaanee raasaa kan jiru, harras itti fufuun gara aanolee baadiyyaatti darbuudhaan mormiin geggeeffamaa jira. Karaa guddaa naannoo Amaaraafi Oromiyaa wal qunnamsiisu bakka addaa Ukkee jedhamutti hawaasni ba’ee cufuudhaan konkolaataan tokkollee akka hin dabarre beekameera