Godina Arsii Aanota Hedduu Keessatti Barruuleen Warraaqsaa Qeerroon Tamsa’aa Jira.

Adoolessa 19,2017/GODINA Arsii Aanota hedduu  keessatti Barruulen waamicha FXG  Gibiraan wal qabatu bal’innaan facaafamaa jiru.Magaalota Akka Roobee Diida’aa,  Siree, Soloist,  Seerofta,  Boqqojjii, Lemmuuf Bilbiloo,  Xannaa(Xiicho) Wandoo Gannat, Eddoo, Dheeraa,  Itayya, Asallaa, Sagureef  Magaalota hedduu  keessatti maxxanfamaa Fi facaafamaa kan jiru yoo ta’uu guyyoottan Itti  aananis bifa  gara garaatin  Ummataaf waamichaa kan godhu ta’uu  Qeerron  Aanota  Garagaraa irraa qophii xummurachuu gabaasee jira

Leave a comment