Waxabajjii 16,2017/ Kutaa Finfiinnee Mara keessaatti mootummaan Wayyaanee maqaa baay’ina uummata jechuun uummata manarra deemuun maqaa hanga akakaayyuu galmeessaa jirti.Eenyu akka naannoo kam jiraatuu namni kam akka jiraatuu adda baafachuuf sodaan waan muddamteef rifaatuu guddaa keessa seenaa jirti.
Haala kanaan bakka hedduutti ummanni hulaa banuufii didee nurraa deema jechuun of irraa deebisaa kan ammoo maal lakkooftu kan mana hidhaatti ajjeeftanii,kan biyya baaftanii fixxaniittu isuma waggaa duraa lakkooftan lamatti hiraa1/2 jedha gabaasaa fixxaniin jirtu hoo jechuun ergamtoota diinaa saree roobaa gochaa jiraachuu Qeerroon beeksise.