Tombollaa Hidhaa Laga Abbayyaa Bitadhaa Jedhchuun Ummanni Dirqisiifamaa Jira.

Waxabajjii 10,2017/Godina Arsii Aanaa Kofaleetti Wayyaaneen Ummata Oromoo Tombolaa Hidha laga abbayyaa bitaa jettee Dirqisiisaa jirti.Ummannis Hidhi laga Abbayyaa kofaleen dhufee Jalliif nuuf ta’a moo maal akka nuu godhuuf binna jedhee balaaleffachaa jira

1 thought on “Tombollaa Hidhaa Laga Abbayyaa Bitadhaa Jedhchuun Ummanni Dirqisiifamaa Jira.

  1. Pingback: Tombollaa Hidhaa Laga Abbayyaa Bitadhaa Jedhchuun Ummanni Dirqisiifamaa Jira. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s