Godina Arsii Aanaa Hanqooloo Waabeetti Wayyaanee OPDOn Sababaa Jijjiirraa Qubeen Ummata Gidirsaa Jiru.

Waxabajjii 11,2017/Wayyaanee OPDOn Godina Arsii Aanaa Hanqooloo Waabeetti Dilbata har’aa gandoota hundatti Barattoota fi Maatii barattootaa walitti qabdee Qubaan hin jijjiiramne umnoota Ummata Fincilaaf kakaasuu fedhantu akkas jedha malee Tartiibni  Qubee hin sirreeffama jedhe malee Qubee hin jijjiira hin jenne mootummaan jechuun ummatatti kijibaa jiraachuu maddeen Qeerroo gabaasanii jiru.

One response

  1. Pingback: Godina Arsii Aanaa Hanqooloo Waabeetti Wayyaanee OPDOn Sababaa Jijjiirraa Qubeen Ummata Gidirsaa Jiru. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: