Godina Arsii Aanaa Digaluu Xijjoo Magaalaa Saguree Keessatti Poolisoonni Wayyaanee Qophii Isportii Aanotaa Jeeqaa Jiru.

Caamsaa 10,2017/Godina Arsii Aanaa Digaluuf Xijjoo Magaalaa Saguree Keessatti Dorgommii Shaanpiyoonaa Ispoortii Aanota Godina Arsii gaggeeffamaa jirurratti Poolisoonni Wayyaanee TPLF Uffata Seeraa Osoo hin diranne Ummataan wal fakkaatanii Bakka Dorgommiin itti gaggeeffamutti Argamuun  Yeroo Ummanni Wal gahicharraa galuuf Staadiyoomichaa yaa’u. Dargaggoota qabanii hidhaa jiraachuun dhagayamaa jira.Dargaggoonni Caamsaa 9/2017 hidhaman Ibraahim Amiinoo Magaalaa Itayyaa irraa kan dhufe,Muussaa Hajjii Magaalaa Boqqojjii Irraa kan dhufe, Ahmad Awwaloo Magaalaa Dheeraa Irraa Kan Dhufe, Jibriil H/ Saanoo Magaalaa Hurutaa irraa kan dhufe, Ibsaa Jabboo Magaalaa Diksiis Hamdaa irraa kan dhufe,Maammoo H/ Hasan Magaalaa Kofalee irraa kan dhufee fi namoonni hedduun basaafyotaan qabamanii hidhatti guuramaa jiraachuu Maddeen Oduu Qeerroo Saguree Gabaasanii jiru

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: