OPDO magaalaa Jimmaa keessatti siidaawwan hojjettu mara afaan Habashaan irrattii barreessaa jirti

Siidaan kun magaalaa Jimmaa Bakka Ajiphii jedhamti Hoteela Honey Land fuuldura yoo ta’u.Siidaan bareedaan Haawwasa Jimmaa kana ibsu Siidaan Jabanaa guddaa bakka kana ture.Jabanaa sana diiguun Siidaa haaraan dhaabbate.Siidaa kanarratti Jimma biyya Oromoof magaalaa Naannoo Oromiyaa keessaa tokko taatee utuu jirtuu,afaan halagaan siidaa kana irratti katabuun tuffii guddaa uummata magaalattii irraa qaban mul’isuudha.Gochaawwaan akkana afaan Oromoo hundeen magaalaa jiran keessaa dhabamsiisuudha.Gocha kana Qeerroo magaalaa Jimmaa nii balaaleffanna jechuun yaada isaanii ibsatanii jiran

1 thought on “OPDO magaalaa Jimmaa keessatti siidaawwan hojjettu mara afaan Habashaan irrattii barreessaa jirti

Leave a reply to qabsawaa Cancel reply