Oduu adda addaa Bitootessa 11, 2017

Bitootessa 11/2017 Guyyaa Har’aa Mahaalaa Ambootti Uummatni Oromoo Magaalaa Amboo fi Naannoo Isheetiin Sirni Simannaa reeffa Sabboonaa Oromoo Abbaa Seeraa #Hayiluu_Kiflee_Leellisaa gadda guddaa onnee nama tuquun uummatni Oromoo bahee Simate. Sirna awwaalchaa isaa irratti Argamuuf Dargaggootni Oromoo Godina Lixa Shaggar addatti Aanotaa Naannoo Amboo fageenyaa fi dhiyeenyaa irraa irratti argamuuf hedduminaan dirmachuuf socho’aa jiraachuun gabaafame. Magaalaan Amboos kan duriin olitti Waraanaa Wayyaanee Komaandii Poostii humnaa oliin eegamaa fi raafama guddaatu jira. Guutummaa Sirna Gaggeessaa sabboonaa Oromoo Abbaa Seeraa Hayiluu Kifilee guyyaa boruu gaggeeffamuuf jiruu isiniif dhiyeessina.


https://www.facebook.com/plugins/post.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fseenessaa.qeerroo%2Fposts%2F824451567693074&width=500


https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2F1626553097371570%2Fvideos%2F1638900302803516%2F&show_text=1&width=560


https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2FOromiaMedia%2Fvideos%2F1897518117127713%2F&show_text=1&width=560


Bush fire is ravaging, since yesterday afternoon, places in the cuqqaalaa mountain ranges of the Liiban Cuqqaalaa district in East Shawa zone, in central Oromia. I did also receive this alert yesterday afternoon from other ground sources -but didn’t post while trying to triangulate grounded evidence. Part on these mountain ranges are ancient monasteries of the orthodox church which are home to some of the most revered medieval period christian collections and documents on a small island turf of the church’s remains. We call up on the local authorities to urgently extend their support to the local community in putting off this bush fire.  Via Abbaacabsaa Guutamaa
____

“Maaloo dafaa nuqaqqabaa !

Biyyi keenya namnii fi qabeenyi isheen qabdu bara kana dhumaat jira

Yeroo ammaa kana gaarri Tulluu cuqqaalaa jedhamu Godina sh\Baha aanaa Liiban cuqqaalaa keessatti kan argamu guyyaa kaleessaa sa”aa 6 irraa kaasee hanga ammaatti Abiddaan gubachaa waan jiruuf furmaata nuuf godhaa jetti
Gaarri kun olka’insa above sea level 2998m irratti argamuu fi
Bal’inni gaara kanaa gara hektaara kuma 64ha kan ta’udha jedhu Akka ragaa CSA irraa argametti”


Yaa’iin Hoogganoota Oromoo tan hayyoonni Oromo addunyaa guutu irra irratti argaman akka gaariitti deema jiritti. Yaa’iin tun murtiilee gurguddoo dhimma Oromo walii galaa irratti murtaawaa jira. Nageenyaafi naamuusni walgahii tana akkaan eegamaadha. Ilmaan Oromo garaa qulqulluun waliin maryataa jiran. Kun Seenaa Ummata Oromo keessatti kan duraati. Qabsoon teenya waggooti dheeraa booda Dhaloota Haarawaa, warra rakkoof gadadoo sabni keenya keessa jiruuf fala barbaadan biyya keessaaf biyya alaattillee uumamtee jirti. Kana Oromon bakka jirutti mataa ol qabate ittin dhaadachuu qaba. Yaa’iin kunis akka injifannoon xumuuramu abdii keenya. Baga Gammaddan. Haqa Qabna Ni Moona!!!

2 responses

  1. Pingback: The Second Oromo Leadership Convention March 10-12, 2017: Yaa’ii Hooggansa Oromoo Isa Lammaffaa | OromianEconomist

  2. Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (March) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: