Godina Arsii Aanaa Lemmuuf Bilbiloo fi Aanaa Muneessaa keessatti Daldaltootatti Gibira Humnaa Ol Dabaluun Ergamtooti Wayyaanee Ummata Miidhaa Jiru.

Gurraandhala 29,2017

naqamteGodina Arsii Aanaa Lemmuuf Bilbiloo fi Aanaa Muneessaa keessatti mootummaan Wayyaanee OPDOn karaa waajjira galiiwwanii aanota kanniinitiin daldaltootatti gibira humnaa olii fe’een kaffalsiisuuf murteeffachuun dhagayameera,kanumarraa ka’uun daldaltoonnis gibirri kuni humna keennaa Ol waan ta’eef akka nuuf sirreessitan jechuun gaaffii kan dhiyeessan yoo ta’uu gaaffii gaafatan kanaaf deebin kennameef mana hidhaatti guuramuu akka ta’e dhagayamaa jira.

Akka Odeessi kun ibsutti namootni hedduun gaafii gaafachuu qofaa hidhaman kunniin badii tokko malee waajjiroota poolisii aanota kanaatti hidhamuun himameera namoota hidhaman akkuma maqaa isaanii adda baafannii isiniin geenna jedha Oduun Qeerroo Aanota kana lamaanii irraa arganne.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s