Barattoonni Oromoo Yuniversitii Jimmaa irraa Qabaman Haala Ulfaataa Keessa Jiru

Because I am OromoSadaasa28,2016
Humni waraana Wayyaanee dararaa uummatarraan gahuu itti fufuun barattoota 300 siqan mooraa Jimmaa qofarraa ukkaamsee jiraachuu yeroo gara yerootti gabaasi garaagaraa ifa taasisaa jira.Haaluma kanaan barattoota Mooraa guddicharraa mormii Mooraa keessatti dhoheen wal qabsiisanii qabaman Mooraa hiraarsaa Xoollaay keessatti dararamaa kan jiran yoo ta’u hiriyyoonniif maatiin firoonni akka hin argineef dhorkamaa jiraachuu akkasuma haala ukkaansaa isaaniirraan wal qabatee lubbuun jiraachuun isaaniillee shakkii guddaa keessa nu seensisaa jira jechuun Maatiif hiriyoonni sanboontotaa qulqulluummaan sababa Oromoo ta’ani kunneen dubaata jiran.
Haala kana keessatti hojiiwwan maatii hidhamtootaaf hidhamaa dhoksuu kun bakkeewwan hedduutti mul’achaa kan jiru yoo ta’u haalli kun Ilmaan Oromoo ija Hawwaasaa ta’an dhoksanii ajjeesuuf akka haala mijeessu barameera.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: