Sadaasa 21,2016 , Godina Wallaggaa ,Guutoo Giddaa Ukkee Qarsaatti Yakka Tokkoon Alatti Erga Manni Murtii Akka Lakkifamaniif Ajaje Baaseellee Humni diinaa Aangotti Fayyadamee ummata Hidhaa Jiraachuun Himame.
Erga biyyi keenya biyyi Oromiyaa afaan qawween buluu qabdee kan ture ta’ulle dhiyeenya of tultoti kallatti kan labsatanii hojiitti bobba’nii jiran,oggayyuu uummata kunaanuuf gidirsuu itti fufaanii jiran. Haaluma Kanaan jiraataa magaalaa Ukkee kan ta’an Obbo Oliiqaa Raggaasaa sababa tokkoon alatti mana hiraarsaa keessatti erga baatiwwan hedduu dabarsaniin booda manni murtii bilisa kan baase ta’ullee Waajjirri polisaa humnaan qabee hidhee jiraachuu odeesse Qeerroo Ukkee gabaasanii jiran.
Ukkee keessatti adda durummaan qaamonni mootummaa shororkaawaa waliin hidhata godhachuun dalaga dalagaa jiran ammallee kan dhiisaa
jiran waan hin taaneef yeroo dhiyoo gidduutti akka irraa deebi’an Qeerroo akeekkachisa kenneefii fudhachaa kan hin jirre yoo ta’an
addatto director mana barumsaa sadarkaa lammaffa Ukkee ammallee akka hojiisaa hojii basaasummarra of deebisu jenna,
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (November) | OromianEconomist
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (November) | OromianEconomist