Gurmuun Tumsa Qeerroo Perth Australia Qeerroo Bilisummaa Cinaa Dhaabbachuuf Maree Taasisan.

Gurmuun Tumsa Qeerroo Bilisumma Oromoo magaalaa Perth, Australia, guyyaa harra (30/10/2016) walitti dhufuun akkamiin qeerroo biyya keessaa, bobaa diinaa jala ta’anii qabsa’a jiraniif akkamiin daran cimsee akka tumsu mari’atee, Akkuma kanas, haala kabajaa guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa irratti yaada wal jijjirre jirra.

Ilmaan Oromoo, Sabboontotnii fi Qabsaawotni Fincila Diddaa Gabrummaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti wareegaman bara baraan ni yaadatamu!

Kaayyoo fi Akeeka Gootowwan Oromoo Irratti Wareegaman Bakkaan Ni Geenya!

Sadaasni 9 Guyyaan Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) Bara Baraan Ni Yaadatama!

1 thought on “Gurmuun Tumsa Qeerroo Perth Australia Qeerroo Bilisummaa Cinaa Dhaabbachuuf Maree Taasisan.

Leave a reply to ademkemal Cancel reply