Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Ashaam akkam jirtaan ilimman oromoo hundii kessan, har’aa dhammisa tokkoon qabaa, halaa yeroo amma ilaalchisee, waarreen Dasiifooraa fii gantuu sabaa ykn seree wayyaane ,akkasumaa waarreen marsaa intarnetii hawasaa irratii ollolaa hassawaa jirtaan, activestii kenyaa fii hoggansaa dhabbaa kenyaa maqaayakaa jirtaan off egaadhaa dhigaa ummataa oromoo qoossaa jirtaan hubadhaa ,yoo diidaan itti gaaftaam seenaa jalaa hin battaan hubadhaa. Akkassum gaddaa guuddaa ayyaana irreechaarratii mootumman nama nyaataa wayyaane ummataa kenyaa qaaqabsiisee bay’ee gaaddiinee, Har’aa ammo gamachuu guuddaa qeerroo bilisummaa oromoo nuu qaaqabsiis ,gallanii issan bilisummaa hatuu.WBO fii qeerroo bilisummaa oromoo hojjii bonsaa hojjataan ammas hojjachaas jiraan. akkasuma WBO fii qeerroo oromoo wareegamaan seenaan bara baran hayyadatuu. Dabalataa yeroo amma ummanii oromoo fii qeerroo oromoo biyyaa kessaa jiraan finciilaa xummuraa gabrummaa jijiirree abbaa biyyuuma falmatee jitaa . horraa bulaa. Gadaan gadaa bilisummatii.