Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Pingback: Guyyaa Har’aa Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Hiriira Guddaa Gaggeessaa Jira. — QEERROO – OROMSIIS
Ashaam, ashaam ,qeerroo abdii bilisummaa oromiyaa , Ashaam WBO gacheennaa oromoo fii oromiyaa , Ashaam ABO yaa dhaabbaa cuulluuluqaa ummataa oromoo marraa , Yoomiiyuu siiraa addaamiittii WBO fii Qeerroon qammaa ketuumaa. Hunndeen kessaan hortee Borana fii Barentuum nuumartiinuu dhiigaa fii laafeeniis oromoo dhaa.Seenaa nii yaddataa jalqabaa warraaqsaa FXG ficincila xumura gabrummaa qeerroon sadaasa 12/2015 gallii qaanqee bilisummaa biittiinestee kabba fii kibaa ,baha fii dhiha oromiyaa marraa kessaa ,Bilisummaa hangasiiftee , abba biyyuum mandisiiftee ummataa oromoo abdachiiftee , Diinnaa oromoo nasiiftee, wayyaanee fii gantuu abdiikutachiiftee , nuuf jiradhaa gallanii kessaan bilisummaa dhaa. Nuutiis issin wajjiin jiraa humnaa fii qabenyaan. Injiifaanoon taan ummataa oromootii .Horraa bullaa. Gadaan gadaa bilisummat.
2016-09-28 14:10 GMT+03:00 QEERROO :
> Qeerroo posted: “” >