Fulbaana 4,2016 Guyyaa kalessaa Manni Hidhaa Qilinxoo kan Haayyootni Oromoo qaroo uummataa ta’an keessatti hidhamanii jiran ibiddaan barbadaa,uu gabaasaa kan turre fi kallatti hedduun gabaafama kan türe, Waraanni wayyaanee ilmaan Oromoo Balaa ibiddaa jalaa akka of hin olchineef dhukaasaa irratti banuun ibiddaa fi rasaasa gidduutti ittisaa kana tureen ilmaan Oromoo ammaf lakkofsi isaanii hin beekamiin dhukaasaa irratti banameen wareegamuu fi hedduun madeeffamuun kallattii hedduun ibsame.

Halkan edaa Hıdhamtootni  Oromoo fi ilmaan Cunqurfamoo hedduun Mana hidhaa Qilinxoo irraa gara manneen hidhaa Biyyatti Kanneen akka Shaggar Roobıtı, fi  Zıwaayitti kanneen kumootaan lakka’aman konkolaataa 80 oliin fe’amanii guuramaa jiraachuu maddeen gabaasaan kanneen lakkoofsii isaanii 500 irraa hin caallee immoo Mana hidhaa Qaallittitti akka geeffamani hidhaman ibsamee jıra.  Mootummaan Wayyaanee yakka dalagaa jıruuf itti gaafatamadha!! ,

                  Qabsa’aan Wareegamuufı Hiraarfamuus Qabsoon İttı Fufa!!

1 thought on “

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s