Gaaffiif deebii rakkoo baqataa oromoo Artist Hirphaa gaanfuree Abdiisaa waliin taasise.

https://youtu.be/rJSBacPq4Fk

1 thought on “Gaaffiif deebii rakkoo baqataa oromoo Artist Hirphaa gaanfuree Abdiisaa waliin taasise.

  1. Godina arsii aanaa muunessaati hiriira guddicha guutuu oromiyaa guyyaa sambataa geggeeffame irratti oromootni hedduun qooda fudhachuun isaanii ni yaadatama, hiriiruma kanaan walqabatee hojjatootni mootummaa heddu kan hidhaman yoo tahu isaan keessa hojjataa saayinsii beelladaa fii qurxummii aanaa muunessaa kan tahe dargaggoo Mohammed Qaasim jedhamu hojii isaa idilee irraa guyyaa 14 /12/2008 irraa eegalee akka dhaabbatu taasifame jira bulchiinsi aanaa muunessaa, akeekkachiisa waajjira misooma beelladaa fii qurxummii aanaa muunessaatiif kennameen akka dhaabbatu taasifame jira, hiriira mormii guyyaa sambataa geggeeffame namoota qindeessan keessa tokko isa kan jedhuuf tarkaanfii kun irratti fudhatame jira yeroo ammaa kana hojjataa kana hidhuuf barbaada kan jiran tahuu irra gahameera

Leave a reply to Arsi land Cancel reply