Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Godina arsii aanaa muunessaati hiriira guddicha guutuu oromiyaa guyyaa sambataa geggeeffame irratti oromootni hedduun qooda fudhachuun isaanii ni yaadatama, hiriiruma kanaan walqabatee hojjatootni mootummaa heddu kan hidhaman yoo tahu isaan keessa hojjataa saayinsii beelladaa fii qurxummii aanaa muunessaa kan tahe dargaggoo Mohammed Qaasim jedhamu hojii isaa idilee irraa guyyaa 14 /12/2008 irraa eegalee akka dhaabbatu taasifame jira bulchiinsi aanaa muunessaa, akeekkachiisa waajjira misooma beelladaa fii qurxummii aanaa muunessaatiif kennameen akka dhaabbatu taasifame jira, hiriira mormii guyyaa sambataa geggeeffame namoota qindeessan keessa tokko isa kan jedhuuf tarkaanfii kun irratti fudhatame jira yeroo ammaa kana hojjataa kana hidhuuf barbaada kan jiran tahuu irra gahameera