OMN: Gaafiif Deebii Gabaabaa Atleet Fayyisaa Leellisaa Waliin

4 thoughts on “OMN: Gaafiif Deebii Gabaabaa Atleet Fayyisaa Leellisaa Waliin

  1. Gochi qeerroon keenya Fayisaa Leellisaa agarsiise;oromoota Addunyaarra jiran hunda ni boonsa jedheen yaada;Nutis hojjettootni mootummaa,daldaalonnii fi oromoonni qixa garagaraarra jirru,bakka jirrutti hojii seenaa qabu haa hojjennu!

Leave a reply to Dhaabaa Gadaa Cancel reply