SBO Gurraandhala 28,2016. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Gabaasa FXG Oromiyaa keessaa fi qophiilee adda addaa haala yeroo irratti hundaawan. Aside Posted on February 27, 2016 by Qeerroo https://qeerroo.files.wordpress.com/2016/02/28022016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
Ibsa qofa kennun gaha mitti ummatni oromoo qabsoo fininsa jira waan ta,f qabsoon hidhanoo cimme itti fuffu qaba! Reply ↓
Xiyyeffannoo addaa:- 1. Qabsoo fininee jiru kana diinni karaa hundumaa itti deemaa waan jirtuuf kunis immoo kan eegamaa ture waan ta’eef ummani haala qabsoo isaa itti cimsuun abiddi diinaa kutuun socho’uu qaba kunis dhimmi kun diinni haga dhumaatti waan qabdu hundumaa fayyadamuu ummata ajjechaan,hidhaaf reebichaan abiddii kutachiisuuf kan itti deemaa jirtu ta’uu ishii hubachuun karaa hundumaanu dura dhabbachuun filannoo biraa hinqabu; 1.Wayyaneen qabeenyaan ishii ittin ummata keenya ajjeessaa jirtuuf itti jiraachaa jirtu kan oromiyaa keessaa jituun waan ta’eef itti fayyadamuuf akka carra hinarganne taasisuun murteessadha; a) Itti gurguruu fi irraa bituu dhiisuu b) Daadiif karaa ishiin oromiyaa keessaa irra sochotu diiguu fi cufuu c) Qabeenyaa wayyaneen fi sharkonishii qaban barbadeessuu d) Hunda caala warra jala deemituu diinaa ta’anii qabsoo ummataa kanaatti gufuu guddaa ta’uun diina caala gochota haminaa raawwachaa jiran akka qabsoo ummataatti makaman ofeeggannoon inni dhumaa akka kennamuuf, yoo ta’uu baate garuu hanga jala deemituun kun karaa fi iccitii ummata argarsisuu hindhabinnetti/hindhorkaminnetti qabssoon dhiiginnii fi qabeenyaan itti ba’aa fi dhangala’aa jiru kun galmma ga’uu hindanda’u,kan jala mureen hima,kanarratti muuxannoo waanan qabuuf, kun ta’uu barannan…….?????these glapping houses should be stopped!! d) Karaa biraa immoo yeroo ammaa magaaloni fi naannooleen oromiyaan baa’een isaanii humna ibsaa argachaa hin jiran,humni ibsaa immoo kan omishamaa jiruu oromiyaa keessayi, kan karaa hundumaanu ibsaa kanatti fayyadamaa jiruu immoo diinaa fi deggertoota dionaati, fkn,abbootii qabeenyaa warshaalee sochosuun qabeenyaa horochuun qabeenyuma kana immoo kallattiinis ta’ee al-kallattiin ummata keenya ittiin waranaa jiru, ummata keenya garuu beelaan, waranaan, dikee warshaalee isaanii keessaa ba’uun kallatti hundumaanu midhamaa fi badaati jira; kanaaf hanga yoomitti toftaa lolaa wallee waanta nu harkajiru salphaatti dhorkuu dadhabinnee diinni nuti rorisaa jiraatti??,adeemsi kun gatii nama hinkafalchiisuu jechuu miti; ummatni keenyas hanga tokko miidhamuu ni ni danda’a, garuu durisi miidhamaa ture, ammas caala miidhamaa jira,waanti gaariin isaaf ta’ee hin jiru. Karaa biraa immoo humna ibsaa kana bar biyyota diinaa ummata keenya ta’aniif kan dabasitee kennite; kan akka Jibuuti,Kenya fi Sudan ffk -Yeroon amma yaada kana barressaa jiru magaalaan ani keessaa jiru kuno erga ibsaan irraa citee guyya afur ta’eera,anillee solaridhaanan mobayili chargii godhachaan barressaa jira;ummani Fininee qabsoo ummani oromoo godhu kanatti akka qoosaa jiru beekamaadha,hundallee yoo ta’uu baate baa’ee isaa,oromoon Fininee keessaa jiraatanis,warri of-beekani fi warri-ofhinbeekines akkuma jiranitti ta’e, kun egaa qabsoodha,qabsoo immoo kan keessaatti hirmaatetu dhamdhamata…..,tokko nyaatee tokko dhiisuu walgaggalaafata taatimalee jedheeree wallisaan! e) Midiyaa diinni ittiin halkanii fi guyyaa soba ittiin firfisitu kun immoo,akkuma ummani keenya midiyaa isaa dhabee bo’aa fi dheebochaa jirutti lafa irraa dhabamuu qaba,kanaan booda walkadhachuun hin jiru, qabsoon qabssoodha,waldhaansoonis waldhaansodha kan kufe kufuu,kan kuffise kuffisuu!! Kanaan booda ummani adunyaa ummata oromootiif waagodha jedhanii gara alaa mil’achuu dhiisani gara kutannodhaan bilisummaaf tokkummaan ka’anii qabsoo fininsuu irraa kan hafe falli biraa hinjiru;ammalli ummata adunyaa ummata cimee ka’e duukaa akka hirirtuu waan beekamuuf toftaa qabsoo jijjiruun olka’uun dirqama keenya; Dhimmootan armmaan olitti kaase kana hanga ammatti itti adeemamaa hinjiru, itti yaadamaa hinjiruu jechuu koo miti garuu ,garuu akka waan baa’een hojetamaa jirus beekuu dhabee miti garuu yaaduma keessan kan cimsuu fi yaaduma ummata keenya keessaa jirtu isin hubachiisuuf malee. Keessaa iyyuu xiyyeffannoon Fininee irratti akka godhamuu qabdu isinuu quba qabdu:- 1. Qabsoon ummata keenya xiyyeffannoo akka karaa adunyaa argatu yoo barbaadame Fininee,….,Fininee, teessoo Diplomatic 2. Naannoo jireenya namoota,ummani Oromoo master plan morme tokkummaan ka’eeti ”ummata misooma mormu” jedhee nuti qoosaa jirudha,akka ummani keenya jeeqameti caalaa jeeqamuu qabiddi, boora’u malee hincalalu!!!!,yoos hundumtuu iyyitee kaati, eenyutu itti du’ee,itti reebamee enyutu hanga yoomitti keessaa taa’ee bashannana,waanti akkasi hinjiruu!!!! Reply ↓
Ibsa qofa kennun gaha mitti ummatni oromoo qabsoo fininsa jira waan ta,f qabsoon hidhanoo cimme itti fuffu qaba!
Jabadha!
JABAADHA QEERROO BAKKA JIRTANITTI.
Jabaadha! Haajabannuu!
Xiyyeffannoo addaa:-
1. Qabsoo fininee jiru kana diinni karaa hundumaa itti deemaa waan jirtuuf kunis immoo kan eegamaa ture waan ta’eef ummani haala qabsoo isaa itti cimsuun abiddi diinaa kutuun socho’uu qaba kunis dhimmi kun diinni haga dhumaatti waan qabdu hundumaa fayyadamuu ummata ajjechaan,hidhaaf reebichaan abiddii kutachiisuuf kan itti deemaa jirtu ta’uu ishii hubachuun karaa hundumaanu dura dhabbachuun filannoo biraa hinqabu;
1.Wayyaneen qabeenyaan ishii ittin ummata keenya ajjeessaa jirtuuf itti jiraachaa jirtu kan oromiyaa keessaa jituun waan ta’eef itti fayyadamuuf akka carra hinarganne taasisuun murteessadha;
a) Itti gurguruu fi irraa bituu dhiisuu
b) Daadiif karaa ishiin oromiyaa keessaa irra sochotu diiguu fi cufuu
c) Qabeenyaa wayyaneen fi sharkonishii qaban barbadeessuu
d) Hunda caala warra jala deemituu diinaa ta’anii qabsoo ummataa kanaatti gufuu guddaa ta’uun diina caala gochota haminaa raawwachaa jiran akka qabsoo ummataatti makaman ofeeggannoon inni dhumaa akka kennamuuf, yoo ta’uu baate garuu hanga jala deemituun kun karaa fi iccitii ummata argarsisuu hindhabinnetti/hindhorkaminnetti qabssoon dhiiginnii fi qabeenyaan itti ba’aa fi dhangala’aa jiru kun galmma ga’uu hindanda’u,kan jala mureen hima,kanarratti muuxannoo waanan qabuuf, kun ta’uu barannan…….?????these glapping houses should be stopped!!
d) Karaa biraa immoo yeroo ammaa magaaloni fi naannooleen oromiyaan baa’een isaanii humna ibsaa argachaa hin jiran,humni ibsaa immoo kan omishamaa jiruu oromiyaa keessayi, kan karaa hundumaanu ibsaa kanatti fayyadamaa jiruu immoo diinaa fi deggertoota dionaati, fkn,abbootii qabeenyaa warshaalee sochosuun qabeenyaa horochuun qabeenyuma kana immoo kallattiinis ta’ee al-kallattiin ummata keenya ittiin waranaa jiru, ummata keenya garuu beelaan, waranaan, dikee warshaalee isaanii keessaa ba’uun kallatti hundumaanu midhamaa fi badaati jira; kanaaf hanga yoomitti toftaa lolaa wallee waanta nu harkajiru salphaatti dhorkuu dadhabinnee diinni nuti rorisaa jiraatti??,adeemsi kun gatii nama hinkafalchiisuu jechuu miti; ummatni keenyas hanga tokko miidhamuu ni ni danda’a, garuu durisi miidhamaa ture, ammas caala miidhamaa jira,waanti gaariin isaaf ta’ee hin jiru. Karaa biraa immoo humna ibsaa kana bar biyyota diinaa ummata keenya ta’aniif kan dabasitee kennite; kan akka Jibuuti,Kenya fi Sudan ffk
-Yeroon amma yaada kana barressaa jiru magaalaan ani keessaa jiru kuno erga ibsaan irraa citee guyya afur ta’eera,anillee solaridhaanan mobayili chargii godhachaan barressaa jira;ummani Fininee qabsoo ummani oromoo godhu kanatti akka qoosaa jiru beekamaadha,hundallee yoo ta’uu baate baa’ee isaa,oromoon Fininee keessaa jiraatanis,warri of-beekani fi warri-ofhinbeekines akkuma jiranitti ta’e, kun egaa qabsoodha,qabsoo immoo kan keessaatti hirmaatetu dhamdhamata…..,tokko nyaatee tokko dhiisuu walgaggalaafata taatimalee jedheeree wallisaan!
e) Midiyaa diinni ittiin halkanii fi guyyaa soba ittiin firfisitu kun immoo,akkuma ummani keenya midiyaa isaa dhabee bo’aa fi dheebochaa jirutti lafa irraa dhabamuu qaba,kanaan booda walkadhachuun hin jiru, qabsoon qabssoodha,waldhaansoonis waldhaansodha kan kufe kufuu,kan kuffise kuffisuu!!
Kanaan booda ummani adunyaa ummata oromootiif waagodha jedhanii gara alaa mil’achuu dhiisani gara kutannodhaan bilisummaaf tokkummaan ka’anii qabsoo fininsuu irraa kan hafe falli biraa hinjiru;ammalli ummata adunyaa ummata cimee ka’e duukaa akka hirirtuu waan beekamuuf toftaa qabsoo jijjiruun olka’uun dirqama keenya; Dhimmootan armmaan olitti kaase kana hanga ammatti itti adeemamaa hinjiru, itti yaadamaa hinjiruu jechuu koo miti garuu ,garuu akka waan baa’een hojetamaa jirus beekuu dhabee miti garuu yaaduma keessan kan cimsuu fi yaaduma ummata keenya keessaa jirtu isin hubachiisuuf malee.
Keessaa iyyuu xiyyeffannoon Fininee irratti akka godhamuu qabdu isinuu quba qabdu:-
1. Qabsoon ummata keenya xiyyeffannoo akka karaa adunyaa argatu yoo barbaadame Fininee,….,Fininee, teessoo Diplomatic
2. Naannoo jireenya namoota,ummani Oromoo master plan morme tokkummaan ka’eeti ”ummata misooma mormu” jedhee nuti qoosaa jirudha,akka ummani keenya jeeqameti caalaa jeeqamuu qabiddi, boora’u malee hincalalu!!!!,yoos hundumtuu iyyitee kaati, eenyutu itti du’ee,itti reebamee enyutu hanga yoomitti keessaa taa’ee bashannana,waanti akkasi hinjiruu!!!!