2 thoughts on “Goototiin Qeerroo Bilisummaa Godina Harargee Aanaa Habroo Keessatti Alabaa ABO balaliisuun “Biyya ofii maaltu gadhiisa” jechuun FXG gaggeessaa oolan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

  2. Xiyyeffannoo yeroo ammaa/quba qabdduu??
    1. Dinni oromiyaa bakka saddeetitti qooduun Jeneralota saddeetiin akka bultu qophii godhaniiruu
    2. Yeroo ammaa humna qilleessa itiyophiya/Bishoftu Air Force /keessaa Agazii 1000 ol qubachiisuun pick up patrol kallatti hundumaanu halkaniif guyyaa Magaalaa Bishooftuu fi naannoo ishii to’achaa jirti
    3. Kabinoonni fi miseeson OPDO,keessaa iyyuu magaalaa Bishooftuu fi naannawaa ishii waajjiraaleen gandotaa halkanii fi guyyaa akka hincufaminee fi gabaasa nageenya naannoo akka gabaasan ajajjin gooftolii isaa irraa waan darbeef hojii irra oolaa jira. Ajaja kana keessattis ”humn ABO biyyatti keessaa waan galeef hojiin misooma jedhamee akka dhabbatuu fi xiyyeffannoon gara nageenyatti akka ta’u” kan jedhu ajajin darbuun isaa oduun dhugaa ta’ee fi kan achi keessaa ba’ee ni mirkaneessa.
    3. Magaalota Oromiyaa hundumaa keessatti namin siree kireeffatu waraqaan eenyummaa isaa galma’uun akka waajjira polisii,bulchinsa gandoolee fi qaama basaasituuf akka gabaasan ajajamaniiru
    4. Sochii qabssoo yeroo ammaa Oromiyaa keessaati taasifamaa jiru sababeeffachuun namoonni keessaa iyyuu dhalataa naannoo oromiyaa hin hintaane haala duulaatiin manneetii addeessa ijaaraa jiru;qaamn itti dubbatus hinjiru,sababa kanaan akka jeequmssi itti ciminneef maqaaf bulchitoota jedhamanii warri taa’an waanta tokko dhowwaa waan hinjirreef, saamichi lafa magaalota oromiyaa itti fufee jira.
    Fkn, Magaalaa Adaamaa keessatti sabin Argobbaa jedhamuu fi kanaan dura ummata Oromoo Arsii irraa horii saamitee gurguraachuun Adaamaa keessatti walgurmeessite abbaa qabeenyaa taatee jirti; Magaalaa Buraayyuu keessaattis, karaa naannoo Anfoo/Ashawaa meedaa/sabni Silxees akkuma kanaatti duulaan ijaaraa jiran. Kanaaf, maal master plan jenne dubbana, karaa biraatiinoo lafiti saamamaa jiraa; Kana egaa kan dhaabin OPDO, karaa hundumaanuu ummata oromoof qorcha qotaa jirtu!!!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s