Guraandhala 16/2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Ammuruu Magaalaa Hoborraatti Goototni dargaggoothni Qeerroon Barattootni Oromoo Mana Barumsaa Ammuruu sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina fi uummataan walta’uun Warraaqsii FXG Daran jabaachuun Itti Fufe.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Ammuruu keessatti Waraaqsii gaggeeffama ture, Ammas Gootota Dargaggoota Qeerroo Barattoota Oromoo fi uummata Oromoon irraa deebifamee dhoofameen Sagaleen Mormii guddaan Magaalaa Hoborraa keessatti uummatni dhageesisuun itti fufe oleera. Warraaqsii biyyoolessaa Oromiyaa FXG kun aanota Ajkka Jaartee Jardagaa, Hagamsaa, Haratoo Guduruu fi Fincaa’aa fa’atti illeee Babaldhatee Kan itti fufuuf jiru irraa Waraanaa Wayyaanee poolisii Federaalaa fi loltoota Agaaziin eegamaa kan olaan ta’uun beekamee jira. Warraaqsaa aanaa Ammuruutti qabsiifame kana dhaamsuuf humni waraana wayyaanee Agaazii fi Poolisiin Federaalaa humnaa ol gara sanatti Guuuramaa kan jiran yoo ta’uu, Goototni barattootni Oromoo humna waraanaan qabamanii hidhaman illee jiraachuu maddeen keenya gabaasan.Yeroo Amma kanas Magaalaan Hoborraa humna waraanaa guddaan raafama jirachuun hubatame jira.

1 thought on “Guraandhala 16/2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Ammuruu Magaalaa Hoborraatti Goototni dargaggoothni Qeerroon Barattootni Oromoo Mana Barumsaa Ammuruu sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina fi uummataan walta’uun Warraaqsii FXG Daran jabaachuun Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s