Wallagga Aanaa Jaarsoo Keessaa Dargaggooti Oromoo Lolotoota Wayyaaneen Qabamanii Bakka Geeffaman Hin Beekamu Jedha Gabaasi Qeerroo.

Dasalenyi Alamaayyoo

Barataa Dasaaleny Alamaayyoo

Amajjii 23,2016. Barattooti Oromoo dargaggoo Solomoon Sobbooqaa fi Dasaaleny Alamaayyoo Loltoota Wayyaaneen Aanaa Jaarsoo Wallaggaa irraa qabamanii bakka buuteen isaanii hin beekamu.

Dargaggoo Solomoon Sobbooqaa

Dasaleeny Alamayyoo namaa yeroo hedduuf mana hiidhaa wayyanettii dararama turedha A.LH ttii bara 2003 magaalaa Jaarsootii alabaan ABO hidhamee ture bara sana dhimaa alabaan wal qabate dararama heddunn irraa ga’a ture jira, ammos FXG Amajjii 23,2016 gaggeefameen wal qabatee loltoota Wayyaaneen qabamee bakka buuteen isaa hin beekamu.

One thought on “Wallagga Aanaa Jaarsoo Keessaa Dargaggooti Oromoo Lolotoota Wayyaaneen Qabamanii Bakka Geeffaman Hin Beekamu Jedha Gabaasi Qeerroo.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s