Ammajji 15,2016
Baha Wallaggaa Waamaa Hagaloo Magaalaa Qassoo keessatti dheengadda marsaa 3ffaaf kan eegale FXG hanga har’atti ummanni jabinaan injifatnnoo galmeessaa kan jiru yoo ta’u,har’a amajji 15,2016 humna waraana uummata magaalattif baadiyyaa keessa tamsaasun kannen alaaba guban baasaa jechuun ummata dararaa kan jiru yoo ta’u hidhattoota baadiyyaas magaalaas meeshaa (qawwee) harkaa fuchuuf dhaadata kan itti bobba’e yoo ta’u gad ba’uuf ol galuun nutti ulfaate jechuun oduun achi as qari’e ifomsa.gabaasa guutuf walitti deebina
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist