Amajjji 15,2016
Baha Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Gootota Qeerroo Barattoota Oromootiin itti fufe kaleessa gara cabsoo kan eegalan dhaadannoo osoo hin baratin qorumsa fudhachuu hin dandeenyu jedhuu kan eegalan
qeerroon barattootaa Qophaa’ina Naqamtee har’as itti fufuuf akka eegalaniin humna waraanaa hidhannoo guuttatee jiruun kan bittinfaman ta’us akka itti fufan wal hubachiisaniiru
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist