Amajjii 12,2016 Jimmaa
Humni waraana Wayyaanee mooraa Yunibarsiitiwwani kan duraarra daran dhunfatee Yuniverstiin Jimmaa Mooraa waraanaa malee barataa akka hin taane muldhata yeroo ammaa Yunibarsiitii Jimma keessa yoo xiqqaate humni waraanaa Wayyaanee konkolaataa 7 olitti tilmaamama jedhu barattoonni mooraa guddaa Kanaan walqabate kan aarse barattoota main campus FXG akka kaasaan gochaa jiraachuu dubbatu. Galgala kanas bifa jabaatee fi qindaayeen FXG itti fufa.
Karaa biraa Amboo keessatti dargaggoo Saamu’el Kumaa rasaasa Wayyaaneen gara jabeenyaan dhahamee lubbuun isaa uummata Oromoof jecha gootummaan wareega kafalee jira.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist