Amajjii 5,2016, Oromoonni hedduun Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Bachoo keessatti hidhamanii daraaraa argaa jiran FDG ka’ee tureen wal qabatee namoonni hidhaman keessaa gariin hojjettoota mootummaa dha,isaan keessaa tokko
- Obbo Zrihuun mi’eessa aanaa bachootti hojjetaa buufata fayyaa jaatoo(cilinical nurse)dhalootan aanaa tolee ganda bilii
- Obbo Maallimaa,Shaambuu daadhii innis hojjetuma buufata sanaafi dhalataa ganda Sanaa
- Obbo Asaffaa hojjetaa buufata fayyaa tulluboolloo,dhalootan aanaa Bachoo ganda dhakaa guddaa,falmataa Lataa
- Kana malees Girmaa Caalaa lataa barsiisa secondary Tuluboolloo fi kadhimama paarlaamaa OFC waliin kan ture gaafa 8/12/2015 hiriiraa mormii magaala Tuluboolloo ti ta’een akka malee reebamee kan hidhame ammas maatiin illee wal kan hin argisiifnee fi walisoti hidhanii daraaraa akka jiran .