Mudde 30.2015 Jaarsoo, Guyyaa har’aa Mudde 30,2015 Wallagga Lixaa Magaalaa Jaarsoo keessatti motummaan Wayyannee ummaata daldaltoota ta’aan hundaa isaa kan manneen nagadaa isaanii cufsisuun hojii malee dirqamaan wal ga’ii jedhee yaasa olee!
- Ummannii Oromoo dirqiin wal ga’ii ya’eess yaada mormii kaneen dhiyyeessa olaan!
- Maaliif ilmaan keenyaa gaafii seeraan gaafateef deebiin isaa rasasaa ta’a?
- Motummaan gibirraa humna olii nutii ramadanii
- Master pillaniif labsii magaalootaa Oromiyaa ummaaniif ilmaan keenya lubbuu isaa dhiigaa isaa lafee isaa itti dabarsee nun ta’uu osoo maaliif motummaa yoo ummannii itti amanee malee jedha?
Kana caalaa akkamiin mormaa ummannii jechuun gaafii hedduudhan jalaa deemtoota wayyannee mataa dhukkubbsaa ollaan boriis itti fufa jecha jiru warri Wayyaanotaa.
Pingback: Wallagga Lixaa Jaarsoo Keessatti Daldaltoota Nagada Isaanii Guutummaatti Cusiisuun Kaabinooti Wayyaanee Walaghii Uummata Yaaman Irratti Salphatan. | Dhaamsa Ogeettii
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist