
Aliyyii Kaasaa
Barsiisaa Seenaa (History) Kan ta’e Aliyyii Haasaa Guyyee mana barnootaa Baantuu Sadarkaa 2ffaa Godina Kibba lixa Shaggar, halkan keessaa sa’aatii 7 itti mana jireenya isaa irraa human Waraana Wayyaaneen hanga ammaa bakka buuteen isaa hin beekamu.
Pingback: Barsiisaa Seenaa Kan Ta’e Sabboonaan Oromoo Aliyyii Kaasaa Godina Shaggar Lixaa Mana Baantuu Irraa Loltoota Wayyaaneen Ukkaamfame. | Dhaamsa Ogeettii
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist