Mudde 18,2015
Dargaggoo Wayyuu Beekaa Galeeraa jedhamu finfinnee Nifas Silkii Laaftoo bakka hojii isaa waajjira fayyaa irraa Police federalan kaleessa guyyaa 17/12 /2015 ukkamfamee. Wayyuu Beekaa kan dhalatee guddatee Amboo yoo ta’uu dura illee maikalawiiti hidhamee kan turee fi waggoota lamaan darban hordoffii jalaa akka ture dhagahame.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist
hidhamuun saba keenya na gaddisiiseera,yeroo sabni koo miri isaa dhiitamu nan gaddee!