Ogeessi Fayyaa Poolise Federaalaa Kan Ta’e Dargaggoon Wayyuu Beekaa Galeeraa Ukkamfame

Mudde 18,2015

12399794_483675665157188_1447812698_oDargaggoo Wayyuu Beekaa Galeeraa jedhamu finfinnee Nifas Silkii Laaftoo bakka hojii isaa waajjira fayyaa irraa Police federalan kaleessa guyyaa 17/12 /2015 ukkamfamee. Wayyuu Beekaa kan dhalatee guddatee Amboo yoo ta’uu dura illee maikalawiiti hidhamee kan turee fi waggoota lamaan darban hordoffii jalaa akka ture dhagahame.

2 thoughts on “Ogeessi Fayyaa Poolise Federaalaa Kan Ta’e Dargaggoon Wayyuu Beekaa Galeeraa Ukkamfame

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment