Galmee Jaallan Mirga Isaaniiif Osoo Falmanii Rasaasa Wayyaaneen Wareegamanii.
Galmeen Kun Sadaasa 10-Mudde 12 Qoafatti
Maqaa Guutuu | Age | Godina | Ona | Ganda | |
1 | Alezar Benti Aggizahuu | Wallagga Lixaa | Laaloo Asabii | Inangoo 01 | |
2 | Gutuu Abera | 18 | Wallagga Lixaa | Gullisoo | Calliyaa |
3 | Gudeta Bayyisaa | 19 | Shawaa Lixaa | Calliyaa | Tulluu Boojoo |
4 | Fikaduu Girma | Shawaa Lixaa | Calliyaa | Gooda Walliyyee | |
5 | Shabe Diba | Shawaa Lixaa | Abuna Gindabarat | Anfaaree/Holoto/ | |
6 | Misir Haji Namo | Arsii Lixaa | Adaabbaa | ||
7 | Nasiru Mohamad | Arsii Lixaa | Adaabbaa | ||
8 | Luchee Gamechu Kumera | Wallagga Lixaa | Laaloo Asabii | Waanjoo 01 | |
9 | Ayana Banti Duguma | Wallagga Lixaa | Laaloo Asabii | Waanjoo 01 | |
10 | Kenasa Lenca | 17 | Wallagga Lixaa | Gullisoo | Calliyaa |
11 | Dereje Gadisa Taye | 14 | Shawaa Lixaa | Calliyaa | Liiban Gaamoo |
12 | Bu’e Dhaba | Shawaa Lixaa | Abuna Gindabarat | Fiinoo | |
13 | Dajane Sarbesa | 20 | Ki/Li/Shawaa | Tolee | Abebe |
14 | Teshale Humnasa | 18 | Ki/Li/Shawaa | Wancii | Cittuu |
15 | Habtamu Tasfaye | Wallisoo | Fida Goraa | ||
16 | Ayyansa Mekonin | Wallisoo | Dirree Daalattii | ||
17 | Garredo Tolesa | Wallisoo | Guraaraa Bokkuu | ||
18 | Husen Dalu Ule | 16 | Arsii Lixaa | Adaabbaa | Adaabbaa 02 |
19 | Amare | Arsii Lixaa | Adaabbaa | ||
20 | Lammeessaa Fayeeraa | 12 | Shawaa lixaa | Amboo | |
21 | Girmaa Raggaasaa | 35 | Shawaa Lixaa | Amboo |
FDG erga Oromiyaa keessatti dhowee asitti waraana Wayaaneen kan wareegaman hanga ammaa kan qindaawee dha. Kan hafan kaanis ni jiru gabaasa seenaa caasaa irraa eegaa jirra. Hordofuun kan gabaafamu ta’a.
FDGn HAMMA GALII ISAATTI ITTI FUFA
INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF
GADAAN GADAA BILISUMMAATI!
Qeerroo Bilisummaa
Guutummaa Gabaasaa PDFn Argachuuf:- Galmee Barattoota Oromoo Wareegamanii Muddee 12 2015
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist