“Roorroo Abbaatu Falmata” Gootonni Ummanni Oromoo Waliisoo Akkanatti Jiru. Mudde 11,2015

3 thoughts on ““Roorroo Abbaatu Falmata” Gootonni Ummanni Oromoo Waliisoo Akkanatti Jiru. Mudde 11,2015

  1. Nuuf jiraadhaa, Akkam jirtu

    Akkam nama gammachiisu Ummati Oromoo Walisoo. Daandii Amboottis, Daandii Salaaleettis, Daandii Adaamaattis,akkasuma kallattii 4n hundaan, daandiin qabsoo kun yoo deemsifame, diina finfinnee irraa morma ishee hudhuun ni danda’ama. NI Danda’ama

    Kun wareegama fi baasii maallaqaa kan hin barbaachifne, dandii qabsoo Oromiyaa keessatti hojjatuu fi mija’aa ta’eedha. Kan bu’aa fidu garuu yoo kallattii/dandii hundaan, bakka danuutti, ituu walirraa hin citin irratti hojjatameedha. Rakkina maaliitu jira Finfinneen, Ummata oromoon marfamtee jirtiwoo. 

    JabaadhaaRabbi yeroo hundaa isinii wajjin.Nagaatti

Leave a reply to Regassa Cancel reply