“Roorroo Abbaatu Falmata” Gootonni Ummanni Oromoo Waliisoo Akkanatti Jiru. Mudde 11,2015 Aside Posted on December 11, 2015 by Qeerroo Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
Nuuf jiraadhaa, Akkam jirtu Akkam nama gammachiisu Ummati Oromoo Walisoo. Daandii Amboottis, Daandii Salaaleettis, Daandii Adaamaattis,akkasuma kallattii 4n hundaan, daandiin qabsoo kun yoo deemsifame, diina finfinnee irraa morma ishee hudhuun ni danda’ama. NI Danda’ama Kun wareegama fi baasii maallaqaa kan hin barbaachifne, dandii qabsoo Oromiyaa keessatti hojjatuu fi mija’aa ta’eedha. Kan bu’aa fidu garuu yoo kallattii/dandii hundaan, bakka danuutti, ituu walirraa hin citin irratti hojjatameedha. Rakkina maaliitu jira Finfinneen, Ummata oromoon marfamtee jirtiwoo. JabaadhaaRabbi yeroo hundaa isinii wajjin.Nagaatti Reply ↓
Jabaadha dhiiga koo dhumi wayyaaneef jala deemtota ishee qaqqabeera. QABSOON KEENYA ITTI HAA FUFU WAAN NU EJEJJAN RAAWWACHUUF QOPHOOFNEE KAANEERRA DHIIGI IJOOLLEE KEENYAA DHANGALA’EE HINHAFU. Reply ↓
jabbadhaa isn wajin jirra
Nuuf jiraadhaa, Akkam jirtu
Akkam nama gammachiisu Ummati Oromoo Walisoo. Daandii Amboottis, Daandii Salaaleettis, Daandii Adaamaattis,akkasuma kallattii 4n hundaan, daandiin qabsoo kun yoo deemsifame, diina finfinnee irraa morma ishee hudhuun ni danda’ama. NI Danda’ama
Kun wareegama fi baasii maallaqaa kan hin barbaachifne, dandii qabsoo Oromiyaa keessatti hojjatuu fi mija’aa ta’eedha. Kan bu’aa fidu garuu yoo kallattii/dandii hundaan, bakka danuutti, ituu walirraa hin citin irratti hojjatameedha. Rakkina maaliitu jira Finfinneen, Ummata oromoon marfamtee jirtiwoo.
JabaadhaaRabbi yeroo hundaa isinii wajjin.Nagaatti
Jabaadha dhiiga koo dhumi wayyaaneef jala deemtota ishee qaqqabeera. QABSOON KEENYA ITTI HAA FUFU WAAN NU EJEJJAN RAAWWACHUUF QOPHOOFNEE KAANEERRA DHIIGI IJOOLLEE KEENYAA DHANGALA’EE HINHAFU.