Konkolaataan Bishooftuu Bus Jedhu Oromiyaa Irraa Gara Maqaleetti Hidhamtoota Geessee Baratoota Yuniverstii Adigrat 25 Irraa Ammoo Waraqaan Eenyummaa Fuudhamuu Qeerroon Gabaase.

Muddee 09,2015 Gabaasa Qeerroo Maqalee

Guyyaa hardhaa Mudde 9 ,2015 konkolaataa gabateen isaa 07404  Bishooftuu bus kan  jedhu Tigiray magaalaa Maqalee ganda Kuha jedhu keessatti kan argame baratoota Oromoo Oromiyaa irraa fe’ee dhufee akka dhaabataa ture odeeffanoon nu gahe ture, haaluma kanaan wal qabateen yeroo ammaa baratoota Oromoo Yunbarsitii Maqalee mooraa Adiyaaqii keessatti
argamanu immoo  sagalee gadda keenya  dhageesifachu erga sambata darbee ittti jirra, Bartooti lama yeroo ammaa barbaadamaa jiru, barataan tokko akka qabame oduun na gahee jira.
Haaluma kanaan kan wal qabate Yuunbarsitii ADIGRAT keessatti baratoota Oromoo 25 harka iID card n funaanamee kan immoo qabamani kan immo mooraa keessa baqatani bosona keessati kan argaman jiru, haa tahu male Yunbarsiti Adigrat yeroo amma waraanan marfamtee jirti waraani kun kan dhufe reebichuma baratoota oromoof ykn baratoota id card harka funaname guure bahuuf jedhaniti jedhu baratoonni yunbarsiti adigrat.

1 thought on “Konkolaataan Bishooftuu Bus Jedhu Oromiyaa Irraa Gara Maqaleetti Hidhamtoota Geessee Baratoota Yuniverstii Adigrat 25 Irraa Ammoo Waraqaan Eenyummaa Fuudhamuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s