Muddee 7/2015 Warraaqsaa F
DG Mooraa Yuunibarsitii Jimmaatti qabsiifameen Wal qabatee Barataan Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Tarkaanfii Diinummaa Loltoota fi Poolisoota Federaalaan Reebamee midhaa guddaan irra gaee Hospitalaa galee jiru Barataa Milkeessaa Asfawu Barataa Mechanical Engineering Waggaa 2ffaa tauun ibsame Yuunibarsiitii Jimmaatti Warraaqsii itti fufe, Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa waraanaa fi poolisii Federaalaan Ugguramaa kan jiruu fi sirni Baruu fi Barsiisuu Dhaabbate jira, Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Mootummaan Abbaa irree qawween nu reeba jiru nu hin bulchuu, Hanga Gaaffiin mirga abbaa biyyummaa gaafachaa jirru deebii argatutti, fi master Pilaaniin Finfinnee haqamutti Barnootaa kan itti fufu kan hin jirre tauu hubachiisan.
BAAY’EE NA GADDISISEE! NAN BOO’EE ! IMIMMAN KOOS QOORUU DIDE !KIRISTOOS DHIIGA LAMMII KEENYA AKKA BISHAANI DHANGALA’UU KANA AKKA DHIISNE NAN KADHADHE!!